Embelem of Federal Democratic Republic of Ethiopia Official Portal of Ministry of Finance and Economic Development  
Home Home Citizens Citizens Page Government Government Business Business Donors Donors Decrease font Increase font

 Jalatti Bulaa

 Baajeta kan waggaa


Baadjeta kan beellama mana murtii Fy 2001 Feederal qamaa uummataa kan heldii godhan Ebla21 irra kase hanga caamsa 2,2008 (Miazia 13-24, 2001 akka lakf.Itoopiya) Ministeera malaqa fi guddina
diinagdee   (MMGD) .

 Baadjeta kan beellama mana murtii kun isa tokkodha ademsa qophii baajetatif.  Innis immoo qunamit kan caara qaama uummata federala ibsuu  fi amansiisuu gaafii baajeta  kara ministeera malaqa fi guddina diinagdee    jalqabudhaaf buuraa qophii gaafii baajeta  odeeffanoon kunis kan tajajiluu burqa qarshii akkata it aragatan ka’uudha.  Innis kan fayyaduu walittii dhufenyaa gaariittiin bulchinsa hunduma ademsa baajeta fi garmadhan fayadudha fi gama mallaqatiin halaa sagaledhan burqa qarshii fyyadmudha.
 
Yeroo Baadjeta kan beellama mana murtii mataduree akka ittifufuu
xiinxaluu olchudhan laman saniyuu mallaqa fi ammas ammas baajeta gafachuu.

  • Qaamiin umaata dirqaman siirresuu gaafii baajeta gargaarsa ragalee yowamamee gama ministeera mallaqa fi gudinaa diinagdee
  • Gaafii  Baajeta    kan irrat hunda’uu dirqamin isaa qaminii uummata hojii isaa rawachuuuf fi kayyeefachuu waggaata dhuuf kessat akkata qarshii ittii qaban dhuufdha.
  • Walkessan waliiigalte yeroohojii kan dabalatuu PASDEP,  kayyoolee nannoolee fi      strategii tarsimoo qama uummatootaf kan xiinxaluu kessa olichuu duriseen  gaaaf baajetattii.
  • Gaafii baajeta  murtee yeroo sagantesaniif,ejeensoota warraa isaan gaadii, sagantoota kan gad ‘aana fi proojektoota seeran dursa kenuuf qaba.
  • Gaafiin baajeta bakka busun dbaludhan levili jirura  ammas ammas irrat dabarsudhan of’eegannoo cimaan kan taasifamuufdha.
  • Qabatama  gaafii baajeta  bayachuudhan beekisisa madda mallaqa fi .Gaafiin baajeta kan dhiyyachuu qabuu yeroogababa kessat madda mallaqa fi bifa beekisisa kan ministeera mallaqa fi guddina diinagdee.
  • Dursii kan kenamuuf baasii kan baarbachisuu  kan darbee ykn saganta amma jiruu fi projeektootadha.Gaafiin baajeta dirqaman sagantoole darbee dhugomiisuu,arifachisuu,misooma bu’uura fi tajajila siirii ta’een burqiisisudhaf fi qabachudhan, osoo hubanna hinkeenin burqisisuudhaf saganta haraa ykn projektootadha.
  • Madaalii dhuuga ammas ammas basudhan fi kan qinda’ee baajeta ammas ammas wagga darbee kessa, addan basuu kan hinbarbachifinee tasaa kan bara kana dhabatuu, fi muurttesuu kan bara dhuufuu kessat itti dabalamuu danda’uu.
  • Muuriteesuu yoo jijiramin murtee jiratee,qajeelchuu,seera fi danboota hojii kan jiijiruu qamoota uummatoota fi tasa dhiibaa ammas ammas kan baajeta barbachisuudha.
  • Gaafii baajeta baasii mallaqa waggadhufuuf kan wagga baranatin madalamuu ta’uu qaba fi tilmamau, baasoota mallaqa ba’uu madaluu kan wagga barnaa wajjiin.
  • Madaliin baajeta ijoo kan wagga darbee wajjiin, saganta addaan basuu fi projektoota kan wagga kana kessa dhuumuu, fi kan ittifuufuu baajeta wagga baradhuufutidha.
  • Dursa kennuu saganta kan jiruuf fi projektoota fi madaluu baayyinaa qabenya barbachisuu xuumurudhaf.Gaafiin baajeta projekiti hojiirra jiruu kan hojjetama jiraan akka  fixuuf kan  bara baajeta.
  • Dandeetiin qamin uummata rawachuu fi pirojekiti manejii gochuudha.

  Baasii projektoota

  • Agamiin Pirojektiicha kan hojjetamu ykn qo’anna raga yaada projektiicha dhiheessuudha.projektiin haaraa  kan barbachisuu qoa’anna fi kayyoo qulqula’aa fi kayyoo bakkan ga’uu.
  • Rawiin bajeeta deddeebi’ee xumuura ijo projektichat.yeroo tokkoo pirojektiichi yoxumurame,baasii kan wagga irraa deddeebi’uudhan tajajila itti fufisisuu fi gargasa tajajila ykn misooma bu’uraa, fi irra deddeebi’ii  burqaa qarshii kan argame qama uummataf iraa caala  tarmii kan walakesuu baasii burqaa qarshiit.

© Mirga Warabbi 2011 Ministeera Guddinaa Mallaqa fi Dinagiddee
Mirga Sericha | Itifayaduuma Seraa | DItigafatummaa Murtesuu |
Qaqbumisaa | Charteerii Maammila