Embelem of Federal Democratic Republic of Ethiopia Official Portal of Ministry of Finance and Economic Development  
Home Home Citizens Citizens Page Government Government Business Business Donors Donors Decrease font Increase font

 Jalatti Bulaa

 Guddina kan mul’isuu

 Haala Guddina,Hiyyummaa fi Nageenya

·         Rawatiin Itoophiya stratejii dhabinsa barnoota kan walda humu haala posotivii ta’een dinagdee  isa gudda ykan akkasumas dinagiddee hawaasa kan mulisudha.

·         Waggoota dhiyoot, dinagiddeen Itoophiya kan galm’ee ciminan posotivii foyyainsa(giduugaessa kan wagga kan dhuga GDP persentin guddina 11.8% yeroo waggoota shaman darban hanga dhuma 2007/08).kunis kan fayyu bara 2002/3 irra kasee kan bu’aan isa negativii ta’ee real GDP guddina arititin pesenti 2.1% nita’a.fooyya’iinsi saa fagoo    ol’aana SSA jiduugalesa 5.2% dha bara2007/08.

·         Guddin Itoophiyan kara galii kaptalatiin,waggoota shaman  darbaniff ,jidugalesa biyyoota saharadha gadii jiran caalera.akka kapitala GDP kan ga’uu USD$205 dha kan bara 2007/8 USD$140 dha kan waggoota shaman darbanii; 

·         Guddina Itoophiya kan dursamuu sekteera qonatidhan yata’uu male kan xumuramuu huminna gudadhan foyyefamuu  kara omishatiin, ijara  fi sekteera tajajila.kessuma ijarisii kan dursuu danda’uu yeroo fedhiin uummata dabaluf sekteeri investimentii fi  misooma  bu’uraa nidabala;

·         Sekteeri qonna kan galm’uu kandabale persentidhan 7.5% dha kan bara 2007/08 akasumas kan bara 2008/09 kan dabale guddin qonna persentii 6(%)nidha.

·          Kara Industriitin ilalchisee tajajili sekteera  industriitin kan bara 2007/08,Industriin fi tajajili sekteera guddin innii gallmesse 10.4% fi 17.0% tidha akka duraaf’aantee tii.Innis bayye irra kan caluu kan galma’ee dursa bara 2006/07;

·         Guddin Industrii fi tajajila kan guddatuu persentidhan 10.6 fi  17.3 akka duraaf’aantee yeroo bara baajetaa 2008/09.

·         Akkumaa kanaat,waliigala GDP karoora guddina 11.2% yeroo bara baajetaa 2008/09.

·         Dinagidden kan hawaasa Itoophiya kan mulisuu foyyefameera.kessuma ,guddin inni jalaqaba hojiin isa gaba akka  dabaluu tasiseera;offirra dhoowiina kan fudhatuu bal’atera .kara nyataa uummatatinis foyyefammeera; fi hanqina nyata uummatin warrii qaban xinachaa jjiira kesuuma kan bara 1990/00 fi bara 2004/05 bayyisee gadbu’eera kara nannolee badyyatin.

© Mirga Warabbi 2011 Ministeera Guddinaa Mallaqa fi Dinagiddee
Mirga Sericha | Itifayaduuma Seraa | DItigafatummaa Murtesuu |
Qaqbumisaa | Charteerii Maammila