Guddina dinagidde
Guddin dinagidde waga wagadhan11.4% kan bara 2006/7 fi guddin jiddugaleessa aritidhan osoo baasiin kan hinjijiramin 11.7%kan yeroo bara 2003/04 hanga 2006/07 tidha.Guddin dinagidee Itoophiya tilmamin kan ittifufuu persentidhan10.8% dha bara 2007/08 kessat.kunismoo ittifufudhan fi dijit lama guddina gudadhan Itoophiyan kan arfanadhan adunya kessat guddacha jirit.
Mi’a daldalamu kan biyya alat ba’uu bayye dabaleera wagootan shan darban kessa bara 2002/03 irra jalqabe .waliigala kan biyya alat ergamuu dabala jira qarshii bili’oona .48 dha kan bara 2002/03 hanga qarshii bili’oona 1.18 dha kan bara 2006/7 waluma galan guddinii galima’ee persenitdhan 146% dha.wagoota kurnan darbaniif inflation ykn ol’bayinsa gatii digit tokkon akka ittifufu tasisera .kan bara 2002/3,2005/6 fi 2006/7 persentin gatiol’baynsa 15.1%,12.3% fi 17.8% dha. Datan kan wagga shanii ijoo kan ta’ee dinagiddee gabatee arman gadiin akka ittifufudha.
Gabatee1. IJOO DINAGIDDEE KAN AGARSISUDHA
|
1 |
|
2002/03 |
2003/04 |
2004/05 |
2005/06 |
2006/07 |
|
|
Sekteera guddina dhuga
· GDP gatii gaba yeroo amma(In Mn.)
· GDP kara kapitalatiinl( in US)
· Gross fayadama kara dhunfatiin (%of GDP)
· Gross kan biyya keesa investimenti murta’a (% of GDP)
· GDP at 1999/2000 Basii (In Mn. Birr)
· guddina dhuga aritii sa l GDP (in %)
· Qonnaa fi kan gamtooman hojii sochii (%of GDP)
· Sekteera Industirala (%of GDP)
· Sekteera tajajila (% of GDP) |
8,558.5
125.5
82.6
21.8
66,586.9
-2.1
44.6
13.9
41.5 |
10,041.8
143.3
81.9
25.5
74,397.1
11.7
46.7
13.9
39.4 |
12,306.4
170.8
84.8
23.0
83,804.0
12.6
47.0
13.5
39.4 |
15,167.8
204.8
84.3
24.2
93,495.1
11.6
46.7
13.3
40.0 |
19,43.5
255.4
83.8
25.0
104,177.1
11.4
45.9
13.3
40.8 |
|
2 |
Waliigala ol’kaumsa (ol’bainsa) gatii |
10.9 |
7.3 |
6.1 |
10.6 |
15.8 |
|
3 |
Daldala kan biyya ala (Mn.USD)
· Biyya alat kan ergamuu meshaalee fi tajajila.
· Biyya keessat meshaalee fi tajajila
· Balansi daldalaa |
1,139.6
2,346.7
-1,207.1 |
1,519.4
3,267.9
-1,748.5 |
1,870.49
4,352.72
-2,482.2 |
2,156.89
5,431.77
-3,274.9 |
2545.4
6332.7
-3787.3 |
|
|
|
|
|
|
|
|
Mada: Bankii biyyaleesa Itoophiya,2006 gabasaa kan wagga
|
Haala foyyainsa dinagiddee:guddina persenti aritii (%) |
|
Tarreefama keessa tokko
|
2002/03 |
2003/04 |
2004/05 |
2005/06 |
2006/07 |
2007/08 kan . dhuga |
|
GDP kan bara 1999/00 gatii |
-2.1 |
11.7 |
12.6 |
11.5 |
11.5 |
11.6 |
|
Qonna |
-10.5 |
16.9 |
13.5 |
10.9 |
9.4 |
7.5 |
|
Industrii |
6.5 |
11.6 |
9.4 |
10.2 |
10.2 |
10.4 |
|
O/w: ‘oomishuu |
0.8 |
6.6 |
12.8 |
10.6 |
8.3 |
7.1 |
|
Ijaaruu |
13.6 |
19.5 |
7.5 |
10.5 |
10.9 |
11.3 |
|
Tajajila |
6.0 |
6.3 |
12.8 |
13.3 |
14.3 |
17.0 |
|
O/w: Bankii fi insuransii |
10.8 |
19.7 |
24.2 |
28.7 |
15.1 |
24.9 |
|
Tajajila bitineessuu |
5.5 |
6.4 |
14.7 |
14.2 |
16.0 |
15.2 |
|
Tajajila kan bira |
6.5 |
6.1 |
10.9 |
12.5 |
13.1 |
14.2 |
|
kandhugal GDP kara kapitala GDP |
-4.6 |
10.7 |
9.0 |
8.0 |
7.5 |
7.6 |
|
Dabala gatii(Infilation) |
15.1 |
8.6 |
6.1 |
10.6 |
15.8 |
25.3 |