Embelem of Federal Democratic Republic of Ethiopia Official Portal of Ministry of Finance and Economic Development  
Home Home Citizens Citizens Page Government Government Business Business Donors Donors Decrease font Increase font

 Jalatti Bulaa

 Ilalcha gababa wa’ee ministeera

 

Guddinnii dinagiddee tattaaffii  kan barbachisuu madaludhaf  lamman isaan kan biyyalessa fi guddina kan adduunyalesa ilalichisudhan, fi jijiirama kan fiduu ta’uu qaba.biyyii lafa gara mandaaraa tokkotii sasabama jiriit, kara sanan  jijiraminnii jiruu enyuumituu sabootaf kan kennamuu dhibbaa ni’uumaa, kara siirrii ykn kara biraatiin. Yata’uu male, inni kun ijo barbachisa biyyaaf guddina ciimadhaan innis  kan madalamuu guddin biyya lafatinidha.

Itoophiyan, bara 1991, irra kaasee ciiminan hojjeeta jriitti rakkina fi dhiphina balleesudhaf , isheen ciimina dhabii hinqabneen addunyaawaa  wajjiin.yata’uu malee,caarran guddina addunyaaleesaa kan dhangal’uuu fedhii dammaqinan fi dhaabii kan hinqabinne fooya’iinsa kan tattafii guddinat.  Akkasumas,ministeerii mallaqa fi guddina dinagiddee kan irrat hirmatuu tattafii guddina saboota dirqaaman jijirama fiduu kan guddina dinagiddee gara guddinat fi saboota guddisuu ta’uu qaba.

Ministeerii, bajeeta ramaduuran alaa , beekisisa hara’aa fi gahaa kan ta’ee fayadama qabenya  lamman isaanii federala fi mootuumma nannoleet. Gareen tajajila arggamii ministeera kessa isa tokkodha. Ademissii kunis kan fayaduu tajajila qabenya iddoo biroo nannole nitajajila. Mali kunis kan fayyaduu qabnya uummata kan baduu hirisudhaf akka baasii biroo gara gara tiin hanbisudha

Yata’uu male, akkatan hojii harawa tartibin isaa gahadha mata isatiin; innis gahaadha foyyesuudhaf mallaqa ,qabduu meshalee fi blaansii maeshalee ykn qabeenya meshalee biyya warabudhaf qabenya biyya lafad dabaluudhaf gargara. Dabalatan,wantii argamuu ademsa qabenya “BPR”foyyesudha fi walsimannaa  tartiba hojii harawa kan ciimisuu hojii dhabata qarshii fooyyesudhaf ,qabenya mesha fi balansii stokii adeemsa isaa bulchuu kan sabaf sablamiit.

Dhumarattis ,yeroodhiyoot ministerichii kan beekisiuu bulchinsa labsii meshaf mallaqa fi labsii qabenya bulchinsaa dirafit fooyyesuudha.kayyon fooya’insa labsi biyyaleesa debisuu fi jijirama adunya kara ademsa mallaqatiinBeekisisin labsi fooya’insa kan dandesisuu biyya utuu walirra hiquminsii hinjirattin hubachuudhaf mallaqa ,bulcha qabduu meshalee fi qabduu mallaqa .kan saba fi kan aduunyaleesa humudhaf fudhta kan qabuu ademsa hojii tidha

Kanafuu,labsiin fooyya’inas mallaqa irrat,bulichinsa mesha fi bulcha mallaqa yeroodhan kan biyyalessa wajjiin fi kan addunyalessa fedhii foyyessudhaf akkata sad’iin ademsa mallaqa fooyyesudha.

© Mirga Warabbi 2011 Ministeera Guddinaa Mallaqa fi Dinagiddee
Mirga Sericha | Itifayaduuma Seraa | DItigafatummaa Murtesuu |
Qaqbumisaa | Charteerii Maammila