Mul’ta
Hirmanna dandeettii tattaaffii adda gochuuf sadarkaa biyyat innis gudinaa iddo kayyefate ga’uuf biyya Itoophiya sooromsuuf karoora bakkan ga’udhaf,akasumas arfanna, gaarii fi guddina yeroodheerdhaf.
Ergga
Guddina poolsii qajeelchuu fi kayyoo dandeettii dhugomsuuf guddina dhabihinqabinee transformation fi rawatamaa saa dukabu’uf,fedhi biyyaa irrat dhabachuudhan fi ibsuuf ademsa dinagidde ala iratt unda’uun fi dandeet gaha ta’e humudhan fi bu’aa qabeessa adeemsa bulchinsa malaqa humatatidha .
kaayyoo
-
Kan bu’uura jijirama dhabata hojisa kan foyyeesuu ykn kan sochoosu fi jijarsa dandeetii ministeerat.kan fiduu ta’uu qaba.
-
Huminna guutuu biyyalessa kan hojirra olchuu aritidhan ga’uudha fi itti fufaa guddina biyyaa bulchinsa dinagdee foyyesuudhaf.
-
waliigala basii ademsa bulchinsa.
-
qorana siiri ta’een adduma saa dabaluu fi qabee gargasa biyya ala fi liqidha.
-
fayyada foyyesuu fi bulchinsa qabanya kan argatuu gargasa biyya ala fi liqii.
-
Poolisii dubartoota biyyaleesa rawachuu oguumman ministeera barbachisadha.
-
Rawachuu tokkogochuu odefannoo adeemsa bulchinsa.