Embelem of Federal Democratic Republic of Ethiopia Official Portal of Ministry of Finance and Economic Development  
Home Home Citizens Citizens Page Government Government Business Business Donors Donors Decrease font Increase font

 Jalatti Bulaa

 Ejeensii Statistksii Jiddugaleessa

  Ejeennsiin Statistics Jiddugaleessa (ESJ) kun ejeensii mootuuma Itoophiyat kan qaracuu saxaxuu qopheessuu qorannoo hunda fi lakkoofsa ummataa biyyatti akka geggesan dinaddee fi guddina hawaasa akkasumas beekama kan sentera lenjii nanno sanat gichudha.Innis ministeera Itoophiya kan mallaqa fi guddina dinagiddee kessa isa tokkodha. Ji’aa camisaa 9 bara1989 dura Ejeennsiin statistics jiddugaleessa kun kan beekuu akka  biro ejeennsiin statistics jiddugaleessa tdha.

Ejeennsiin statistics jiddugaleessa dame biro 25 qaba.dabalata magala guuddoo finfinne  ala ,magalan guddo fi magalawan biroon kessa jiruu: Ambo, Araba Minchii, Asabi tafarii, Amanita, Assisi, Awash, Bahiirdaqr, Debra Birihan, Dassee, Dire Dawa, Gambeella, Gobba, Gondar, Haaraar, Hosa’ina, Inda Sillassee, Jijiga, Jimma, Maqale, Mizaan Teferi, Adama Nagalle Boorana, Naqamite, fi  Soddo.

© Mirga Warabbi 2011 Ministeera Guddinaa Mallaqa fi Dinagiddee
Mirga Sericha | Itifayaduuma Seraa | DItigafatummaa Murtesuu |
Qaqbumisaa | Charteerii Maammila