Embelem of Federal Democratic Republic of Ethiopia Official Portal of Ministry of Finance and Economic Development  
Home Home Citizens Citizens Page Government Government Business Business Donors Donors Decrease font Increase font

 Jalatti Bulaa

 Garagaassa

 

Portali kana kessatti  odeeffannoo mootumma , ragaleewwan,bifoota fi tajaajiloota gosa adda adda ni’argattuu.akkasumas walittidhufenya mootumma fi sablammii kan biyya biraa  wajjiin isiin dandeesisaa.

Akkasumas kutaalee armaan gadittii ofkeessati qabateeraa.  Isaanis:- 

  • Tajaajiloota:- kuta kana keessat karaa mootummatin kan kennamuu tajaajila kan  dhayachuu qaban             
  • haala fi ragalee ni argattuu.
  • Wa’ee mootumma:- Kuta kana keessatti ragalee filatamaan niargattuu.
  • Wa’ee Itoophiyaa:- Kuta kana keessatti wa’ee Itoophiyaa odeeffannoo  filatamaan niargattuu.
  • Bifaawwan:- Kuta kana keessatti bifaawwan   filatamaan niargattuu dawoonlodii kan gadhamuu bifaoota gara gara.
  • Ragalee:- Kuta kana keessatti ragalee filatamaan niargattuu.
  • Oduu jijiramman:- Kuta kana keessatti oduu ammaayaa gurguddoo filatamaan niargattuu.
  • Hirmannaa fi waliqunamitti tartibaa: kunis fuula  hirmaanna fuula ePartisipashin ,innis kan qabatee tokkumma fi walittidhufenya gara fuldurtii portalitti fayyaadamudhaf.
  • Kuta  lammileewwanii  fuula jiduugaleessa kan qabatee tajaajila kennamuu karaa garee mootumma mataduredhan.
  • Tartibaa Multimedia :fuulli kunis kan qabatee galmee sagalee,viidoo fi   galarii suura gosa gara garatidha.
  • Oduu: oduu ammayya kan ministeera .
  • Walqabsistuun kara harkaa mirgaa kun kan  qabatee kuusa oduu,wantoota, ministeera jalaattii warra bulan fi beeksisadha

© Mirga Warabbi 2011 Ministeera Guddinaa Mallaqa fi Dinagiddee
Mirga Sericha | Itifayaduuma Seraa | DItigafatummaa Murtesuu |
Qaqbumisaa | Charteerii Maammila